Ta-Ha 20:72

Compare 2 Oromo translations

قَالُوا لَنْ نُؤْثِرَكَ عَلَىٰ مَا جَاءَنَا مِنَ الْبَيِّنَاتِ وَالَّذِي فَطَرَنَا ۖ فَاقْضِ مَا أَنْتَ قَاضٍ ۖ إِنَّمَا تَقْضِي هَٰذِهِ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Ni jedhan: “Waan nutti dhufe kan ragaawwan ifa bahan irraa ta’eefi Isa nu uume irra si hin caalchifannu, waan murteessitu murteessi! Wanti ati murteessitus jiruma addunyaa kana qofa.

Gali Ababor

Ni jedhan: “Waan nutti dhufe kan ragaawwan mul'atarraa ta’eefi Isa nu uumerra sin caalchifannu, waan murteessitu murteessi! Wanti ati murteessitus jiruma addunyaa tana qofa.

Rowwad Translation Center