Dhugumatti, ergamtoota si duraatti qishnamee (baacamee). isaan irraa warri baacan wanti isaan itti qishnaa turan isaan marse.
Al-Anbiya 21:41
Compare 2 Oromo translations
وَلَقَدِ اسْتُهْزِئَ بِرُسُلٍ مِنْ قَبْلِكَ فَحَاقَ بِالَّذِينَ سَخِرُوا مِنْهُمْ مَا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
DragHold to move · × to hide
Dhugumatti, ergamtoota si duraatti qishnamee (baacamee). warra isaan irraatti (ergamtootarratti) baacan wanti isaan itti qishnaa turan isaan marse.