Al-Anbiya 21:57

Compare 2 Oromo translations

وَتَاللَّهِ لَأَكِيدَنَّ أَصْنَامَكُمْ بَعْدَ أَنْ تُوَلُّوا مُدْبِرِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

“Allaah’n kakadhee! Ani erga isin dugda gara galtanii deemtan booda dhugumatti, tooftaan ittiin taabotoota keessan (mancaasun) qopheeffadha” (of keessatti jedhe).

Gali Ababor

“Allaah’n kakadhee! Ani erga isin dugda gara galtanii deemtan booda tooftaa ittiin taabotoota keessan (mancaasun) qopheeffadha” ( jedhe).

Rowwad Translation Center