Daawuudiifi Suleeymaaniinis ‘yeroo isaan lamaan lafa qonnaa (oyruu) re’oonni ummataa (halkan) dheedan keessatti murtii kennan” [yaadadhu], Nuti murtii isaanii ni beekna turre.
Al-Anbiya 21:78
Compare 2 Oromo translations
وَدَاوُودَ وَسُلَيْمَانَ إِذْ يَحْكُمَانِ فِي الْحَرْثِ إِذْ نَفَشَتْ فِيهِ غَنَمُ الْقَوْمِ وَكُنَّا لِحُكْمِهِمْ شَاهِدِينَ
DragHold to move · × to hide
Daawuudiifi (ilma isaa) Suleeymaaniinis ‘yeroo isaan lamaan midhaan qonnaa (oyruu) re’oonni ummataa (halkan) dheedan keessatti murtii kennan” (yaadadhu), Nuti murtii isaanii beekoodha turre.