Mana namni keessa hin jiraanne kan ishee keessa meeshaan keessan jiru (hayyama malee) yoo seentan badiin isin irra hin jiru, Rabbiin waan isin mul’iftaniifi waan isin dhoksitanis ni beeka.
An-Nur 24:29
Compare 2 Oromo translations
لَيْسَ عَلَيْكُمْ جُنَاحٌ أَنْ تَدْخُلُوا بُيُوتًا غَيْرَ مَسْكُونَةٍ فِيهَا مَتَاعٌ لَكُمْ ۚ وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تُبْدُونَ وَمَا تَكْتُمُونَ
DragHold to move · × to hide
Mana namni keessa hin jiraanne (ona) kan ishee keessa meeshaan keessan jiru (hayyama malee) yoo seentan badiin isin irra hin jiru, Rabbiin waan isin mul’iftaniifi waan isin dhoksitanis ni beeka.