Rabbiin ifaa samiifi dachiiti, Fakkeenyi ifa Isaa akka foddaa ibsaan ishee keessa jiruuti, Ibsaan sun immoo birillee keessa jira, Birillichis akka urjii calaqqisaa muka barakeeffamtuu, zeytuunaa irraa taate irra qabsiifamuu, kan kallattii bahaas ta’ee, dhihattiis hin ta’in, kan zeytiin ishee odoo ibiddi isa tuquu baattellee ifuutti dhihaatu kan fakkaattuudha, (Kana jechuun) ifaa ifaa irraati ta’ee dha! Rabbiin nama fedhe gara ifaa Isaatti qajeelcha. Rabbiin namootaaf fakkeenyota taasisa. Rabbiin waan hunda beekaadha.
An-Nur 24:35
Compare 2 Oromo translations
اللَّهُ نُورُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ مَثَلُ نُورِهِ كَمِشْكَاةٍ فِيهَا مِصْبَاحٌ ۖ الْمِصْبَاحُ فِي زُجَاجَةٍ ۖ الزُّجَاجَةُ كَأَنَّهَا كَوْكَبٌ دُرِّيٌّ يُوقَدُ مِنْ شَجَرَةٍ مُبَارَكَةٍ زَيْتُونَةٍ لَا شَرْقِيَّةٍ وَلَا غَرْبِيَّةٍ يَكَادُ زَيْتُهَا يُضِيءُ وَلَوْ لَمْ تَمْسَسْهُ نَارٌ ۚ نُورٌ عَلَىٰ نُورٍ ۗ يَهْدِي اللَّهُ لِنُورِهِ مَنْ يَشَاءُ ۚ وَيَضْرِبُ اللَّهُ الْأَمْثَالَ لِلنَّاسِ ۗ وَاللَّهُ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
DragHold to move · × to hide
Rabbiin ifaa samiifi dachiiti, Fakkeenyi ifa Isaa akka foddaa ibsaan ishee keessa jiruuti, Ibsaan sun immoo birillee keessa jira, Birillichis akka urjii calaqqisaa muka barakeeffamtuu, zeytuunaa irraa taate irra qabsiifamuu, kan kallattii bahaattis dhihattiis hin ta’in, kan zeytiin ishee odoo ibiddi isa tuquu baattellee ifuutti dhihaatu kan fakkaattuudha, (Kana jechuun) ifaa ifaa irraati ta’ee dha! Rabbiin nama fedhe gara ifaa Isaatti qajeelcha. Rabbiin namootaaf fakkeenyota taasisa. Rabbiin waan hunda beekaadha.