Yookiin akka dukkana galaana gadi fagoo ta’e keessa jiru, kan danbaliin isa haguugeeti, kan gubbaa isaa danbaliin (biraa) jiru kan isa gubbaa duumessi jiru (haguuguuti), (Isheen kun) dukkana gariin ishee garii gubbaa jirtuudha; yeroo harka isaa baase argutti hin dhihaatu, Namni Allaahn ifaa isaaf hin taasisin, ifaan homaatuu isaaf hin jiru.
An-Nur 24:40
Compare 2 Oromo translations
أَوْ كَظُلُمَاتٍ فِي بَحْرٍ لُجِّيٍّ يَغْشَاهُ مَوْجٌ مِنْ فَوْقِهِ مَوْجٌ مِنْ فَوْقِهِ سَحَابٌ ۚ ظُلُمَاتٌ بَعْضُهَا فَوْقَ بَعْضٍ إِذَا أَخْرَجَ يَدَهُ لَمْ يَكَدْ يَرَاهَا ۗ وَمَنْ لَمْ يَجْعَلِ اللَّهُ لَهُ نُورًا فَمَا لَهُ مِنْ نُورٍ
DragHold to move · × to hide
Yookiin akka dukkana galaana gadi fagoo ta’e keessa jiru, kan danbaliin isa haguugeeti, kan gubbaa isaa danbaliin (biraa) jiru, kan isa gubbaa duumessi jiru (haguuguuti), (Isheen kun) dukkana gariin ishee garii gubbaa jirtuudha; yeroo harka isaa baase argutti hin dhihaatu, Namni Allaahn ifaa isaaf hin taasisin, ifaan homaatuu isaaf hin jiru.