An-Nur 24:47

Compare 2 Oromo translations

وَيَقُولُونَ آمَنَّا بِاللَّهِ وَبِالرَّسُولِ وَأَطَعْنَا ثُمَّ يَتَوَلَّىٰ فَرِيقٌ مِنْهُمْ مِنْ بَعْدِ ذَٰلِكَ ۚ وَمَا أُولَٰئِكَ بِالْمُؤْمِنِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Munaafiqoonni) “Allaahfi ergamaatti amanne; ajajamnes” jedhan, ergasii gareen isaan irraa ta’e sana booda garagalaIsaan jarri sun, mu’uminoota miti.

Gali Ababor

(Munaafiqoonni) “Allaahfi ergamaatti amanne; ajajamnes” jedhan, ergasii gareen isaan irraa ta’e sana booda garagala, Isaan (jarri sun), mu’uminoota miti.

Rowwad Translation Center