An-Nur 24:7

Compare 2 Oromo translations

وَالْخَامِسَةُ أَنَّ لَعْنَتَ اللَّهِ عَلَيْهِ إِنْ كَانَ مِنَ الْكَاذِبِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Ragaan) shaneessituun abaarsi Rabbii isa irra haa jiraatu yoo inni namoota sobaan (maqaa ishee xureessan) irraa ta’e, ( jechuun kakachuudha).

Gali Ababor

(Rageessuun) shaneessituun abaarsi Rabbii isa irra haa jiraatu yoo inni namoota kijibaan (maqaa ishee xureessan) irraa ta’e, ( jechuun kakachuudha).

Rowwad Translation Center