Rabbii gaditti waan isaan hin fayyadneefi hin miine gabbaru. Kaafirri Gooftaa isaa irratti deeggaraa [sheyxanaa] ta’eera.
Al-Furqan 25:55
Compare 2 Oromo translations
وَيَعْبُدُونَ مِنْ دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَنْفَعُهُمْ وَلَا يَضُرُّهُمْ ۗ وَكَانَ الْكَافِرُ عَلَىٰ رَبِّهِ ظَهِيرًا
DragHold to move · × to hide
Rabbii gaditti waan isaan hin fayyadneefi hin miine gabbaran. Kaafirri Gooftaa isaa irratti deeggaraa [sheyxanaa] ta’eera.