Al-Furqan 25:60

Compare 2 Oromo translations

وَإِذَا قِيلَ لَهُمُ اسْجُدُوا لِلرَّحْمَٰنِ قَالُوا وَمَا الرَّحْمَٰنُ أَنَسْجُدُ لِمَا تَأْمُرُنَا وَزَادَهُمْ نُفُورًا ۩

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo Rahmaaniif sujuuda godhaa jedhaman “Rahmaan eenyu? Waan ati nu ajajjuufiif sujuuda goonaa?” jedhu. {Kuni Rabbirraa} fagaachuu isaaniif dabale.

Gali Ababor

Yeroo Rahmaaniif sujuuda godhaa isaaniin jedhame “Rahmaan eenyu? Waan ati nu ajajjuufiif sujuuda goonaa? (hingoonu)” jedhan. {Kuni Rabbirraa} fagaachuu isaaniif dabale.

Rowwad Translation Center