Adabbichis isaan qabate, Kana keessa mallattootu jira. Irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane.
Ash-Shu'ara' 26:158
Compare 2 Oromo translations
فَأَخَذَهُمُ الْعَذَابُ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُمْ مُؤْمِنِينَ
DragHold to move · × to hide
Adabbichi isaan qabate (azaabni isaanitti bu'e), Kana keessa mallattootu jira. Irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane.