“Obboleessi kiyya Haaruun, inni arrabni isaa ana caalaatti [haasawa] ifa godha, Kanaafuu gargaaraa na dhugoomsu godhii ana waliin isa ergi, Ani na sobsiisuu isaaniin sodaadha.”
Al-Qasas 28:34
Compare 2 Oromo translations
وَأَخِي هَارُونُ هُوَ أَفْصَحُ مِنِّي لِسَانًا فَأَرْسِلْهُ مَعِيَ رِدْءًا يُصَدِّقُنِي ۖ إِنِّي أَخَافُ أَنْ يُكَذِّبُونِ
DragHold to move · × to hide
“Obboleessi kiyya Haaruun, inni arrabni isaa na caalaatti [haasawa] ibsa, gargaaraa na dhugoomsu godhii ana waliin isa ergi, Ani na kijibsiisuu isaaniin sodaadha.”