“Nuti jiraattota magaalaa tanaa irratti samii irraa adabbii cimaa buusoodha waan isaan finciltoota ta’aniif” jedhan
Al-'Ankabut 29:34
Compare 2 Oromo translations
إِنَّا مُنْزِلُونَ عَلَىٰ أَهْلِ هَٰذِهِ الْقَرْيَةِ رِجْزًا مِنَ السَّمَاءِ بِمَا كَانُوا يَفْسُقُونَ
DragHold to move · × to hide
“Nuti warra ganda tanaa irratti samii irraa azaaba cimaa buusoodha waan isaan finciltoota ta’aniif” jedhan.