Fakkeenyi isaan Rabbii gaditti jaalalleewwan godhatanii (gabbaranii) akka birbirooftuu (saaphaphuu) mana ijaarratteeti. Dhugumatti irra laafaan manaa mana birbirooftuuti odoo kan beekan ta’anii.
Al-'Ankabut 29:41
Compare 2 Oromo translations
مَثَلُ الَّذِينَ اتَّخَذُوا مِنْ دُونِ اللَّهِ أَوْلِيَاءَ كَمَثَلِ الْعَنْكَبُوتِ اتَّخَذَتْ بَيْتًا ۖ وَإِنَّ أَوْهَنَ الْبُيُوتِ لَبَيْتُ الْعَنْكَبُوتِ ۖ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
DragHold to move · × to hide
Fakkeenyi warra Rabbii gaditti jaalalleewwan (gabbaran) godhatanii (gabbaranii) akka saaphaphuu mana ijaarratteeti. Dhugumatti irra laafaan manaa mana saaphaphuuti odoo kan beekan ta’anii.