Al-'Ankabut 29:60

Compare 2 Oromo translations

وَكَأَيِّنْ مِنْ دَابَّةٍ لَا تَحْمِلُ رِزْقَهَا اللَّهُ يَرْزُقُهَا وَإِيَّاكُمْ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

beeyladaa irraa kan soorata isaanii hin baadhanne kan Rabbiin isiniifi isaanis sooru hedduudha inni dhagayaa beekaadha.

Gali Ababor

meeqaa meeqa beeyladaa irraa kan soorata isaanii hin baadhanne (hedduudha), kan Rabbiin isiniifi isaanis sooru. inni dhagayaa beekaadha.

Rowwad Translation Center