Aal 'Imran 3:64

Compare 2 Oromo translations

قُلْ يَا أَهْلَ الْكِتَابِ تَعَالَوْا إِلَىٰ كَلِمَةٍ سَوَاءٍ بَيْنَنَا وَبَيْنَكُمْ أَلَّا نَعْبُدَ إِلَّا اللَّهَ وَلَا نُشْرِكَ بِهِ شَيْئًا وَلَا يَتَّخِذَ بَعْضُنَا بَعْضًا أَرْبَابًا مِنْ دُونِ اللَّهِ ۚ فَإِنْ تَوَلَّوْا فَقُولُوا اشْهَدُوا بِأَنَّا مُسْلِمُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Jedhi: “yaa warra kitaabaa! Gara jecha nuufi isin gidduutti wal qixa taateetti kottaa. [Isheenis] akka Rabbiin malee waan biraa hin gabbarre; Isattis waan biraa akka hin qindeessine, gariin keenyas garii Rabbiin alatti gabbaramaa akka hin taasifanneedha. Yoo isaan [kana] irraa gara galan “akka nuti Muslimoota taane ragaa ba’aa” jedhaa.

Gali Ababor

Jedhi: “yaa warra kitaabaa (tawraatiifii injiil)! Gara jecha nuufi isin jidduutti wal qixa taateetti kottaa. (Isiini) akka Rabbiin malee waan biraa hin gabbarre; Isatti waan biraa akka hin qindeessine, gariin keenyas garii Rabbiin malee gabbaramaa akka hin taasifanneedha. Yoo isaan (kana) irraa gara galan “akka nuti Muslimoota taane ragaa bahaa” jedhaan.

Rowwad Translation Center