[Isaanis ni jedhu]: Gooftaa keenya! Erga nu qajeelchitee booda onnee keenya [dhugaa irraa] hin jal'isin. Rahmata Si biraa ta’e nuuf kenni. Dhugumatti Ati akkaan kennaadha.
Aal 'Imran 3:8
Compare 2 Oromo translations
رَبَّنَا لَا تُزِغْ قُلُوبَنَا بَعْدَ إِذْ هَدَيْتَنَا وَهَبْ لَنَا مِنْ لَدُنْكَ رَحْمَةً ۚ إِنَّكَ أَنْتَ الْوَهَّابُ
DragHold to move · × to hide
(Isaan ni jedhu): Gooftaa keenya! onneewwan teenya (dhugaa irraa) hin jal'isin Erga nu qajeelchitee booda. Rahmata Si biraa ta’e nuuf kenni. Dhugumatti Ati akkaan kennaadha.