Yaa warra amantan! manneen nabiyyii hin seeninaa, yoo gara nyaataatti hayyamni isiniif godhame malee, Haala bilchina isaa hin eegneen, Garuu yeroo waamamtan seenaa; yeroo nyaattan bittinnaa’aa haasa’atti mukuu bahuun (boharuun) maleetti. Dhugumatti, (gochi) sun nabiyyii rakkisa; isin irraa ni saalfata, Rabbiin garuu dhugaa irraa hin saalfatu, Yeroo meeshaa isaan (niitolii nabiyyii) gaafattanis haguuggii (girdoo) duubaan isaan gaafadhaa. Akkas gochuu keessantu onneewwan keessaniifi onneewwan isaaniitiifis irra qulqulluudha. Ergamaa Rabbii rakkisuufi niitiwwan isaa booda (du’a) isaatii fuuchuun gonkumaa isiniif hin malu, (gochi) sun Rabbiin biratti (badii) guddaa ta’eera.
Al-Ahzab 33:53
Compare 2 Oromo translations
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَدْخُلُوا بُيُوتَ النَّبِيِّ إِلَّا أَنْ يُؤْذَنَ لَكُمْ إِلَىٰ طَعَامٍ غَيْرَ نَاظِرِينَ إِنَاهُ وَلَٰكِنْ إِذَا دُعِيتُمْ فَادْخُلُوا فَإِذَا طَعِمْتُمْ فَانْتَشِرُوا وَلَا مُسْتَأْنِسِينَ لِحَدِيثٍ ۚ إِنَّ ذَٰلِكُمْ كَانَ يُؤْذِي النَّبِيَّ فَيَسْتَحْيِي مِنْكُمْ ۖ وَاللَّهُ لَا يَسْتَحْيِي مِنَ الْحَقِّ ۚ وَإِذَا سَأَلْتُمُوهُنَّ مَتَاعًا فَاسْأَلُوهُنَّ مِنْ وَرَاءِ حِجَابٍ ۚ ذَٰلِكُمْ أَطْهَرُ لِقُلُوبِكُمْ وَقُلُوبِهِنَّ ۚ وَمَا كَانَ لَكُمْ أَنْ تُؤْذُوا رَسُولَ اللَّهِ وَلَا أَنْ تَنْكِحُوا أَزْوَاجَهُ مِنْ بَعْدِهِ أَبَدًا ۚ إِنَّ ذَٰلِكُمْ كَانَ عِنْدَ اللَّهِ عَظِيمًا
DragHold to move · × to hide
Yaa warra amantan! manneen nabiyyii hin seeninaa, yoo gara nyaataatti hayyamni isiniif godhame malee, Haala bilchina isaa hin eegneen, Garuu yeroo waamamtan seenaa; yeroo nyaattan bittinnaa’aa haasa’atti mukuu bahuun (boharuun) maleetti. (gochi) sun nabiyyii rakkisa; isin irraa ni saalfata, Rabbiin garuu dhugaa irraa hin saalfatu, Yeroo meeshaa isaan (niitolii nabiyyii) gaafattanis haguuggii (girdoo) duubaan isaan gaafadhaa. Akkas gochuu keessantu onneewwan keessaniifi onneewwan isaaniitiifis irra qulqulluudha. Ergamaa Rabbii rakkisuufi niitiwwan isaa booda (du’a) isaatii fuuchuun gonkumaa isiniif hin malu, (gochi) sun Rabbiin biratti (badii) guddaa ta’eera.