Jedhi: “mindaa irraa wanti ani isin gaafadhe (yoo jiraates) inni isinumaafi. Mindaan kiyyas Rabbi irratti malee hin taane. Innis waan hunda irratti hirmaataa argaadha.”
Saba' 34:47
Compare 2 Oromo translations
قُلْ مَا سَأَلْتُكُمْ مِنْ أَجْرٍ فَهُوَ لَكُمْ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَى اللَّهِ ۖ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ
DragHold to move · × to hide
Jedhi: “mindaa irraa wanti ani isin gaafadhe (osoo jiraate) inni isinumaafi (garuu hinjiru). Mindaan kiyya Rabbi irratti malee hin taane. Inni waan hunda irratti hirmaataa argaadha.”