Sila isaan gara waan dura isaaniifi waan duuba isaanii jiru samiifi dachii irraa hin ilaallee? Yoo feenes dachii isaaniin kunna; yookiin cittuu samii irraa taate isaan irratti kuffifna. sana keessa gabricha gara Rabbiitti tawbaa deebi’u hundaaf mallattootu jira.
Saba' 34:9
Compare 2 Oromo translations
أَفَلَمْ يَرَوْا إِلَىٰ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ مِنَ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ ۚ إِنْ نَشَأْ نَخْسِفْ بِهِمُ الْأَرْضَ أَوْ نُسْقِطْ عَلَيْهِمْ كِسَفًا مِنَ السَّمَاءِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِكُلِّ عَبْدٍ مُنِيبٍ
DragHold to move · × to hide
Sila isaan gara waan dura isaaniifi waan duuba isaanii jiru samiifi dachii irraa hin ilaallee? Yoo feenes dachii isaaniin cichisiifna; yookiin cittuu samii irraa taate isaan irratti kuffifna. sana keessa gabricha gara Rabbiitti tawbaa deebi’u hundaaf mallattootu jira.