Mallattoolee Rabbii irraa mallattoon tokko isaanitti dhuftee ishee irraa gara galan malee hin hafan.
Ya-Seen 36:46
Compare 2 Oromo translations
وَمَا تَأْتِيهِمْ مِنْ آيَةٍ مِنْ آيَاتِ رَبِّهِمْ إِلَّا كَانُوا عَنْهَا مُعْرِضِينَ
DragHold to move · × to hide
Mallattoon Mallattoolee Rabbii irraa tahe isaanitti dhuftee ishee irraa garagaloo tahan malee hin hafan.