Nuti isa (Nabiyyii) walaloo hin barsiifne; isaafis hin malu. Inni yaadannoofi Qur’aana ifa galaa malee waan biraa miti.
Ya-Seen 36:69
Compare 2 Oromo translations
وَمَا عَلَّمْنَاهُ الشِّعْرَ وَمَا يَنْبَغِي لَهُ ۚ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ وَقُرْآنٌ مُبِينٌ
DragHold to move · × to hide
Nuti isa (Nabi muhammad) walaloo hin barsiifne; isaafis hin malu. Inni yaadannoofi Qur’aana mul'ataa malee waan biraa miti.