Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanu. Gama hunda irraa (urjiin) darbataman.
As-Saffat 37:8
Compare 2 Oromo translations
لَا يَسَّمَّعُونَ إِلَى الْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ وَيُقْذَفُونَ مِنْ كُلِّ جَانِبٍ
DragHold to move · × to hide
Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifaman. Gama hunda irraa (urjiin) darbataman.