Az-Zumar 39:7

Compare 2 Oromo translations

إِنْ تَكْفُرُوا فَإِنَّ اللَّهَ غَنِيٌّ عَنْكُمْ ۖ وَلَا يَرْضَىٰ لِعِبَادِهِ الْكُفْرَ ۖ وَإِنْ تَشْكُرُوا يَرْضَهُ لَكُمْ ۗ وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ ۗ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّكُمْ مَرْجِعُكُمْ فَيُنَبِّئُكُمْ بِمَا كُنْتُمْ تَعْمَلُونَ ۚ إِنَّهُ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yoo kafartanis, dhugumatti Rabbiin isin irraa dureessa. Garuu gabroota Isaatiif kufrii hin jaallatu. Yoo (Isa) galateeffattan isa isiniif ni jaallata. (Lubbuun) dilii hojjattu tokko dilii (nama) biraa hin baadhattu. Ergasii deebiin keessan gara Gooftaa keessaniiti. Inni waan isin dalagaa turtan isinitti odeessa. Inni beekaa waan qoma keessaati.

Gali Ababor

Yoo kafartan, Rabbiin isin irraa dureessa. Garuu gabroota Isaatiif kufrii hin jaalatu. Yoo (Isa) galateeffattan isa isiniif jaallata. (Lubbuun) dilii hojjattu takka dilii (nama) biraa hin baadhattu. Ergasii gara Gooftaa keessaniiti deebiin keessan. Inni waan isin dalagaa turtan isinitti odeessa. Inni beekaa waan qomoowwan keessaati.

Rowwad Translation Center