Fussilat 41:26

Compare 2 Oromo translations

وَقَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا لَا تَسْمَعُوا لِهَٰذَا الْقُرْآنِ وَالْغَوْا فِيهِ لَعَلَّكُمْ تَغْلِبُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Isaan kafaran “Qur’aana kana hin dhaga’inaa; (yeroo dubbifamu) isa keessatti wacaa akka injifattaniif ” jedhan.

Gali Ababor

Isaan kafaran “Qur’aana kana hin dhaga’inaa; (yeroo dubbifamu) isa keessatti (yeroo inni qara'amu) wacaa akka injifattaniif ” jedhan.

Rowwad Translation Center