Fussilat 41:49

Compare 2 Oromo translations

لَا يَسْأَمُ الْإِنْسَانُ مِنْ دُعَاءِ الْخَيْرِ وَإِنْ مَسَّهُ الشَّرُّ فَيَئُوسٌ قَنُوطٌ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Namni toltuu (qabeenya) kadhachuu irraa hin hifatu. Yeroo hamtuun (hiyyummaan) isa tuqe akkaan abdii murataa, mufataa ta’a.

Gali Ababor

Namni toltuu (qabeenya, ilmaan, fayyaa) kadhachuu irraa hin hifatu. Yeroo hamtuun (hiyyummaan, dhukkubni) isa tuqe akkaan abdii murataa, mufataa ta’a.

Rowwad Translation Center