Ammas (Rabbiin) Isa samii irraa bishaan madaalaan buusee, dachii duutuu isaan jiraachifne. Akkuma kana baafamtu.
Az-Zukhruf 43:11
Compare 2 Oromo translations
وَالَّذِي نَزَّلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً بِقَدَرٍ فَأَنْشَرْنَا بِهِ بَلْدَةً مَيْتًا ۚ كَذَٰلِكَ تُخْرَجُونَ
DragHold to move · × to hide
Ammas (Rabbiin) Isa samii irraa bishaan likkii likkiin buusee, dachii duutuu isaan jiraachifne. Akkuma kana baafamtu.