Al-Fath 48:18

Compare 2 Oromo translations

لَقَدْ رَضِيَ اللَّهُ عَنِ الْمُؤْمِنِينَ إِذْ يُبَايِعُونَكَ تَحْتَ الشَّجَرَةِ فَعَلِمَ مَا فِي قُلُوبِهِمْ فَأَنْزَلَ السَّكِينَةَ عَلَيْهِمْ وَأَثَابَهُمْ فَتْحًا قَرِيبًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Yaa Muhammad!) Rabbiin mu’uminoota yeroo isaan muka jalatti waadaa siif galan irraa jaallateera. Waan onneewwan isaanii keessa jirus beekeera. Tasgabbii isaan irratti buuse. injifannoo dhihoo ta’e (sulhii hudeebiyaa) isaaniif galata galche.

Gali Ababor

(Yaa Muhammad!) Rabbiin mu’uminoota yeroo isaan muka jalatti waadaa siif seenan irraa jaallateera. Waan onneewwan isaanii keessa jiru beekeera. Tasgabbii isaan irratti buuse. injifannoo dhihoo ta’e (injifannoo keybar) isaaniif galata galche.

Rowwad Translation Center