Al-Fath 48:28

Compare 2 Oromo translations

هُوَ الَّذِي أَرْسَلَ رَسُولَهُ بِالْهُدَىٰ وَدِينِ الْحَقِّ لِيُظْهِرَهُ عَلَى الدِّينِ كُلِّهِ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ شَهِيدًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Inni Isa ergamaa Isaa erge qajeelloofi amantii dhugaatiin. amantii hunda irratti ol isa taasisuuf. Ragaaf Rabbiin ga’aadha.

Gali Ababor

Inni Isa ergamaa Isaa (Muhammad) erge qajeelloofi amantii dhugaatiin. amantii hunda irratti ol isa taasisuuf. Ragaaf Rabbiin ga’aadha.

Rowwad Translation Center