Al-Ma'idah 5:1

Compare 2 Oromo translations

يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا أَوْفُوا بِالْعُقُودِ ۚ أُحِلَّتْ لَكُمْ بَهِيمَةُ الْأَنْعَامِ إِلَّا مَا يُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ غَيْرَ مُحِلِّي الصَّيْدِ وَأَنْتُمْ حُرُمٌ ۗ إِنَّ اللَّهَ يَحْكُمُ مَا يُرِيدُ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Isin Yaa warra amantan! Waadaa guutaa; beelladoonni isiniif halaala godhamteetti wanti isin irratti dubbifamu qofti odoo hafuu. (Hajjiifi umraa) kan hidhattan taatanii adamsuu halaala haala hin godhatiniin. Rabbiin waan fedhe murteessa.

Gali Ababor

Isin Yaa warra amantan! Waadaa guutaa; beelladoonni isiniif halaala godhamtee jirti waan isin irratti dubbifamu malee. (Hajjiifi umraa) kan hidhattan taatanii adamsuu haala hayyamamaa hin godhatiniin. Rabbiin waan fedhe murteessa.

Rowwad Translation Center