Al-Ma'idah 5:101

Compare 2 Oromo translations

يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَسْأَلُوا عَنْ أَشْيَاءَ إِنْ تُبْدَ لَكُمْ تَسُؤْكُمْ وَإِنْ تَسْأَلُوا عَنْهَا حِينَ يُنَزَّلُ الْقُرْآنُ تُبْدَ لَكُمْ عَفَا اللَّهُ عَنْهَا ۗ وَاللَّهُ غَفُورٌ حَلِيمٌ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yaa warra amantan! waan yoo ifa isiniif taasifamte isin hammeessitu irraa hin gaafatinaa. Yoo yeroo Qur’aanni buufamu ishee irraa gaafattan, ifa isiniif taasifamti. Rabbiin ishee irra dabreera. Rabbiin araaramaa obsaadha.

Gali Ababor

Yaa warra amantan! waan yoo ifa isiniif ibsamte isin hammeessitu irraa hin gaafatinaa. Yoo yeroo Qur’aanni buufamu ishee irraa gaafattan isiniif ibsamti. Rabbiin ishee irra dabreera. Rabbiin araaramaa obsaadha.

Rowwad Translation Center