Al-Ma'idah 5:103

Compare 2 Oromo translations

مَا جَعَلَ اللَّهُ مِنْ بَحِيرَةٍ وَلَا سَائِبَةٍ وَلَا وَصِيلَةٍ وَلَا حَامٍ ۙ وَلَٰكِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا يَفْتَرُونَ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ ۖ وَأَكْثَرُهُمْ لَا يَعْقِلُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Mootichis ni jedhe: “lubbuu kootiifan isa dhuunfadhaa isaan natti kottaa. Yeroma isa (Yuusufiin) hasofsiisu, “Ati har’a nu biratti mijjeeffataa amanamaadha” jedheen.

Gali Ababor

Rabbiin "Bahiiraah", "Saa’ibaa", "Wasiilaa"fi "Haam" karaa hin goone. Garuu warri kafaran Rabbirratti soba kijibu. Irra hedduun isaanii hin xiixalanu.

Rowwad Translation Center