Ragaan bifa sirriin dhufuufi eega kakuu isaaniitii kakuun deebifamuu sodaachuuf kanatu irra dhihoodha. Rabbiin sodaadhaatii (ajaja isaas) dhaga'aa. Rabbiin finciltoota hin qajeelchu.
Al-Ma'idah 5:108
Compare 2 Oromo translations
ذَٰلِكَ أَدْنَىٰ أَنْ يَأْتُوا بِالشَّهَادَةِ عَلَىٰ وَجْهِهَا أَوْ يَخَافُوا أَنْ تُرَدَّ أَيْمَانٌ بَعْدَ أَيْمَانِهِمْ ۗ وَاتَّقُوا اللَّهَ وَاسْمَعُوا ۗ وَاللَّهُ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْفَاسِقِينَ
DragHold to move · × to hide
Kanatu irra dhihoodha Ragaan bifa sirriin dhufuufi eega kakuulee isaaniitii kakuuleen deebifamuu sodaachuuf. Rabbiin sodaadhaatii (ajaja isaas) dhagayaa. Rabbiin ummata finciltoota hin qajeelchu.