Yaa warra amantan! Yahuudotaafi Kiristaanotas jaalallee keessoo hin godhatinaa. Gariin isaanii jaalallee gariiti, Isin irraa namni jaalallee isaan godhate, inni isaanuma irraayyi. Dhugumatti, Rabbiin ummata miidhaa hojjattoota hin qajeelchu.
Al-Ma'idah 5:51
Compare 2 Oromo translations
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَتَّخِذُوا الْيَهُودَ وَالنَّصَارَىٰ أَوْلِيَاءَ ۘ بَعْضُهُمْ أَوْلِيَاءُ بَعْضٍ ۚ وَمَنْ يَتَوَلَّهُمْ مِنْكُمْ فَإِنَّهُ مِنْهُمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الظَّالِمِينَ
DragHold to move · × to hide
Yaa warra amantan! Yahuudotaafi Kiristaanotas jaalallee keessoo hin godhatinaa. Gariin isaanii jaalallee gariiti, Isin irraa namni jaalallee isaan godhate inni isaanuma irraayyi. Rabbiin ummata miidhaa hojjattoota hin qajeelchu.