isin Yaa warra amantan! Warra amantii keessan qishinaafi tapha taasisan kan isaan isin dura kitaaba kennamaniifi kaafiroota irraa ta’an jaalallee hin taasifatinaa, Yoo mu’uminoota taataniif Rabbiin sodaadhaa.
Al-Ma'idah 5:57
Compare 2 Oromo translations
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَتَّخِذُوا الَّذِينَ اتَّخَذُوا دِينَكُمْ هُزُوًا وَلَعِبًا مِنَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ مِنْ قَبْلِكُمْ وَالْكُفَّارَ أَوْلِيَاءَ ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ إِنْ كُنْتُمْ مُؤْمِنِينَ
DragHold to move · × to hide
isin Yaa warra amantan! Warra amantii teessan qishinaafi tapha taasisan kan warra isin dura kitaaba kennamaniifi kaafiroota irraa ta’an jaalallee hin taasifatinaa, Yoo mu’uminoota taataniif Rabbiin sodaadhaa.