Jalqabaa uumama samiileefi dachiiti.Niitii kan hin qabne ta'ee akkamitti ilmoon isaaf ta’a? Waan hundaa uumee, Inni waan hunda beekaadha.
Al-An'am 6:101
Compare 2 Oromo translations
بَدِيعُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ أَنَّىٰ يَكُونُ لَهُ وَلَدٌ وَلَمْ تَكُنْ لَهُ صَاحِبَةٌ ۖ وَخَلَقَ كُلَّ شَيْءٍ ۖ وَهُوَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
DragHold to move · × to hide
Jalqaboo (lafaa kaasee uumoo) samiileefi dachiiti. akkamitti ilmoon isaaf ta’a Niitii kan isaaf hintaane ta'ee ? Waan hundaa uumee, Inni waan hunda beekaadha.