(Addunyaatti) agartuun (ijji) Isa hin agartu, Inni immoo agartuu hunda ni arga, Inni mararfataa, beekaadha.
Al-An'am 6:103
Compare 2 Oromo translations
لَا تُدْرِكُهُ الْأَبْصَارُ وَهُوَ يُدْرِكُ الْأَبْصَارَ ۖ وَهُوَ اللَّطِيفُ الْخَبِيرُ
DragHold to move · × to hide
Agartuun (ijji) Isa (Rabbiin) hin agartu, Inni immoo agartuu hunda ni arga, Inni mararfataa, beekaadha.