Al-An'am 6:115

Compare 2 Oromo translations

وَتَمَّتْ كَلِمَتُ رَبِّكَ صِدْقًا وَعَدْلًا ۚ لَا مُبَدِّلَ لِكَلِمَاتِهِ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Jechi Gooftaa keetii dhugaafi haqa haala ta'een xumurameera. Jechoota Isaatiif jijjiiraan hin jiru. Inni dhagayaa, beekaadha.

Gali Ababor

Jechi Gooftaa keetii dhugaafi haqa haala taateen guutamte. Jechoota Isaatiif jijjiiraan hin jiru. Inni dhagayaa, beekaadha.

Rowwad Translation Center