Al-An'am 6:120

Compare 2 Oromo translations

وَذَرُوا ظَاهِرَ الْإِثْمِ وَبَاطِنَهُ ۚ إِنَّ الَّذِينَ يَكْسِبُونَ الْإِثْمَ سَيُجْزَوْنَ بِمَا كَانُوا يَقْتَرِفُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Badii ifa bahaafi dhokataa isaas dhiisaa. Dhugumatti, isaannan cubbuu hojjatan waan kijiba uumaniif fuuldura galata galfamu (ni adabamu).

Gali Ababor

Badii mul'ataafii dhokataa isaas dhiisaa. isaannan cubbuu hojjatan waan kijiba uumaniif fuuldura galata galfamu (ni adabamu).

Rowwad Translation Center