Al-An'am 6:123

Compare 2 Oromo translations

وَكَذَٰلِكَ جَعَلْنَا فِي كُلِّ قَرْيَةٍ أَكَابِرَ مُجْرِمِيهَا لِيَمْكُرُوا فِيهَا ۖ وَمَا يَمْكُرُونَ إِلَّا بِأَنْفُسِهِمْ وَمَا يَشْعُرُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Akkasumas magaalota hunda keessatti gugurdoo jallattoota ishee akka ishee keessatti dhara karoorsaniif goone. Hin beekanu malee, lubbuu isaanii irratti malee dhara hin karoorsanu.

Gali Ababor

Akka kanatti gandoota hunda keessatti gurgurddoo jallattootaisii goone akka ishee keessatti shira xaxaniif. lubbuu isaanii irratti malee shira hinxaxan, Hin beekan malee.

Rowwad Translation Center