(Yaadadhu) Yeroo Ibraahiim abbaa isaa Azaariin jedhe "sila ati taabotowwan gabbaramoota godhattaa? Dhugumatti, ani siifi ummata kee jallina ifaa keessattiin argaara".
Al-An'am 6:74
Compare 2 Oromo translations
وَإِذْ قَالَ إِبْرَاهِيمُ لِأَبِيهِ آزَرَ أَتَتَّخِذُ أَصْنَامًا آلِهَةً ۖ إِنِّي أَرَاكَ وَقَوْمَكَ فِي ضَلَالٍ مُبِينٍ
DragHold to move · × to hide
(Yaadadhu) Yeroo Ibraahiim abbaa isaa Aazariin jedhe "sila ati taabotowwan gabbaramtoota godhattaa? ani siifi ummata kee jallina mul'ataa keessattiin arga".