Rabbiin baqaqsaa fireetiifi ija tamriiti. (Inni) du’aa irraa fayyaa baasa. Fayyaa irraas du’aa baasaadha. Kun Rabbii keessani. Isin akkamumatti gara galturee?
Al-An'am 6:95
Compare 2 Oromo translations
إِنَّ اللَّهَ فَالِقُ الْحَبِّ وَالنَّوَىٰ ۖ يُخْرِجُ الْحَيَّ مِنَ الْمَيِّتِ وَمُخْرِجُ الْمَيِّتِ مِنَ الْحَيِّ ۚ ذَٰلِكُمُ اللَّهُ ۖ فَأَنَّىٰ تُؤْفَكُونَ
DragHold to move · × to hide
Rabbiin baqaqsaa firiitiifi firii tamriiti. (Inni) du’aa irraa jiraa baasa. jiraa irraas du’aa baasaadha. Kun Rabbii keessani. Isin akkamumatti gara galtan?