Yaa warra amantan! Yeroo guyyaa Jimaataa keessatti salaataaf lallabame gara zikrii Rabbii deemaa; gurgurtaa dhiisaa. kanatu isiniif caala Yoo kan beektan taataniif.
Al-Jumu'ah 62:9
Compare 2 Oromo translations
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِذَا نُودِيَ لِلصَّلَاةِ مِنْ يَوْمِ الْجُمُعَةِ فَاسْعَوْا إِلَىٰ ذِكْرِ اللَّهِ وَذَرُوا الْبَيْعَ ۚ ذَٰلِكُمْ خَيْرٌ لَكُمْ إِنْ كُنْتُمْ تَعْلَمُونَ
DragHold to move · × to hide
Yaa warra amantan! Yeroo guyyaa Jum'ataa keessatti salaataaf lallabame (azaaname) gara zikrii Rabbii (salaataa) deemaa; gurgurtaa dhiisaa. kanatu isiniif caala Yoo kan beektan taataniif.