Qabeenyaaleen keessaniifi ilmaan keessan mokkoroodha. Rabbiin Isa bira mindaa guddaatu jira.
At-Taghabun 64:15
Compare 2 Oromo translations
إِنَّمَا أَمْوَالُكُمْ وَأَوْلَادُكُمْ فِتْنَةٌ ۚ وَاللَّهُ عِنْدَهُ أَجْرٌ عَظِيمٌ
DragHold to move · × to hide
Qabeenyaaleen keessaniifi ilmaan keessan mokkoroodha (qormaata). Rabbiin Isa bira mindaa guddaatu jira (sun jannata).