Yaa Nabiyyichaa! Maaliif waan Rabbiin halaala siif godhe haraama goota haadholee manaa tee jaalachiisuu barbaachaaf ? Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha.
At-Tahrim 66:1
Compare 2 Oromo translations
يَا أَيُّهَا النَّبِيُّ لِمَ تُحَرِّمُ مَا أَحَلَّ اللَّهُ لَكَ ۖ تَبْتَغِي مَرْضَاتَ أَزْوَاجِكَ ۚ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَحِيمٌ
DragHold to move · × to hide
Yaa Nabiyyichaa! Maaliif waan Rabbiin halaala siif godhe haraama goota jaartiiwwan tee jaalachiisuu barbaachaaf? Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha.