Yeroo Nabiyyichi gara garii niitolee isaatti iccitii wahii himu [yaadadhaa]. Yeroo isheen isa odeessitee Rabbiinis isa isatti beeksisu, garii isaa (isheetti) beeksisee, garii irraa gara gale. Yeroo inni isa isheetti himu “eenyutu kana sitti hime” jette. "Beekaa, keessa hubataatu natti hime" jedheen.
At-Tahrim 66:3
Compare 2 Oromo translations
وَإِذْ أَسَرَّ النَّبِيُّ إِلَىٰ بَعْضِ أَزْوَاجِهِ حَدِيثًا فَلَمَّا نَبَّأَتْ بِهِ وَأَظْهَرَهُ اللَّهُ عَلَيْهِ عَرَّفَ بَعْضَهُ وَأَعْرَضَ عَنْ بَعْضٍ ۖ فَلَمَّا نَبَّأَهَا بِهِ قَالَتْ مَنْ أَنْبَأَكَ هَٰذَا ۖ قَالَ نَبَّأَنِيَ الْعَلِيمُ الْخَبِيرُ
DragHold to move · × to hide
Yeroo Nabiyyichi gara garii niitolee isaatti iccitii wahii hime [yaadadhaa]. Yeroo isheen isa odeessitee Rabbiin isa isatti beeksise, garii isaa (isheetti) beeksisee, garii irraa gara gale. Yeroo inni isa isheetti himu “eenyutu kana sitti hime” jetteen. "(Rabbii) Beekaa, keessa hubataatu natti hime" jedheen.