Al-Mulk 67:15

Compare 2 Oromo translations

هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ ذَلُولًا فَامْشُوا فِي مَنَاكِبِهَا وَكُلُوا مِنْ رِزْقِهِ ۖ وَإِلَيْهِ النُّشُورُ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Inni Isa dachii laaffifamtuu isiniif godheedha; naannoo ishee keessa deemaatii soorata Isaa irraas nyaadhaa. Deebiin garuma Isaatti.

Gali Ababor

Inni Isa dachii laaffifamtuu isiniif godheedha; naannoo ishee keessa deemaatii hiree Isaa irraas nyaadhaa. Deebiin garuma Isaatti.

Rowwad Translation Center