Al-Mulk 67:21

Compare 2 Oromo translations

أَمَّنْ هَٰذَا الَّذِي يَرْزُقُكُمْ إِنْ أَمْسَكَ رِزْقَهُ ۚ بَلْ لَجُّوا فِي عُتُوٍّ وَنُفُورٍ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Inni isin sooru sun eenyu Odoo Inni soorata Isaa (isinirraa) qabee? Dhugumatti, isaan diddaafi (haqa) irraa baqachuu itti fufan.

Gali Ababor

Inni isin sooru sun eenyu Odoo Inni soorata Isaa (isinirraa) qabee? (hinjiru). Dhugumatti, isaan diddaafi (haqa) irraa baqachuu itti fufan.

Rowwad Translation Center