Al-Haqqah 69:25

Compare 2 Oromo translations

وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِشِمَالِهِ فَيَقُولُ يَا لَيْتَنِي لَمْ أُوتَ كِتَابِيَهْ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Ammoo Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu baadhee.

Gali Ababor

Ammoo Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kenname ni jedha: "yaa gaabbii tiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu baadhee.

Rowwad Translation Center